iVoox Podcast & radio
Download app for free
SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9
Episode of ILMAORMAA
Description of SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9
Kurfii Kana keessatti, Jaal Haayiluun hojii bara Mootummaa Cehumsaa hojjataman kan akka:
Jila Oromoo godinaalee Oromiyaa garagaraatti bobbaasuun ummata wolbarsiisuu
Woldaan Macaa fii Tuulama deebi'ee akka ijaaramu carraaqqii gochuu,
Ayyaana guddicha Odaa Bultumitti kabajameerratti jilaa hirmaachisuu
Ummanni Oromoo kum-dhibbeen lakkaawamuu marra duraatiif Shaggaritti Alaabaa ABO qabachuun gad-bahee dura taa'aa ABO bifa dinqisiisaan simachuu, fi
taateewwan heddu seena qabeessaa nuun qooddata.
Dhihaadhaa!
Comments of SE09 EP198 Seenaa Qabsoo Erga ABOn Mootummaa Cehumsaa Baafaamee Duubatti- J. Haayiluu Wojjin | 6/9
This program does not accept anonymous comments. !Sign up to comment!